Goototi Dargaggoonni Oromoo Baha Wallaggaa FXG Gara Bilisummaatti Tarkaanfachiisuu Har’as Dhadannoo Dhageessisaa Jiru.

Gurraandhala 23,2016 Ummati waanjoo gabrummaa baachuuf dhiitichaa abbaa irree damdamachuun nufisiisee lubbuusaa aarsaa gochuun diinasaa kan ta’e Shorokeessitoota Waayyaaneet bol’a qotuufsochii rog hundaan godhaa jiru jabeessuun har’a baha Wallaggaa bakkeewwaan hedduutti diinasaa hudhee kan dhaabe ta’uu bakkeewwan Leeqaa Dullachaa,Bonayyaa Boshee,Habashaa Sanbataa,Naqamte (Kibba Waachaa,Bordii,Dargee fi Mana barumsaa Qassoo) kan magaalaa Naqamteetti argaman keessatti mormiin dhiittaa namoomaa of irraa fonqolchuu ittu fifeera

1 thought on “Goototi Dargaggoonni Oromoo Baha Wallaggaa FXG Gara Bilisummaatti Tarkaanfachiisuu Har’as Dhadannoo Dhageessisaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment