Guraandhala 23/2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aana Jaartee Jaardagaa, Keessatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa #FXG haalaan itti fufee Magaalaa #Aliiboo keessatti finiinuun Alaabaan mootummaa garboonfataa fi Ergamtuu wayyaanee OPDO gubatee alaabaab ABO dhaabbatera. Goototni Dargaggootni Barattootni Oromoo fi uummata Oromoon FXG’ jabatee finiina jira
Magaalaa Haratoo keessattis Goototni Barattootni Oromoo M/B sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina Yeroo amma kanatti Mooraa Mana Barumsaa keessatti Hiriiruun Waraana Agaazii Waliin Waldura dhaabbacha jiru, Gabaasaan itti fufa
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist