Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Guraandhala 19,2016/ Gabaasa FXG Oromiyaa Guutuu fi Shira Wayyaaneen wixinachaa jirtu ilaalchisee gabaasa qaba.

1 thought on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Guraandhala 19,2016/ Gabaasa FXG Oromiyaa Guutuu fi Shira Wayyaaneen wixinachaa jirtu ilaalchisee gabaasa qaba.

  1. yaa ilmaan oromoo tokkummaa amma qabattan kana yoomuu taanaan addaan hin kutiinaa diinni yeroo ammaa kana abdii kutatteetti dhuguma oromoon tokko ta’a jedhanii yaadanii hin beekani waan ta’eef daangaa hanga daangaatti socho’uun ilmaan oromoo Gadda guddaa isaanitti ta’ee addaan ciccirree binna jedhanii kan yaadan yeroo ammaa kana akka isaaniif hin milkanne tilmaamuun gadda guddaarra akka jiran ija keenyaan agarree jirra waan ta’eef jabaadhaa wal haataanu.!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Leave a reply to gadikabe Cancel reply