Har’a Guraandhala 15,2016 Warraaqsi Ummataa Daran Finiinfamee Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti Sochiin uummataa kan ba’aaf gala dhorkaa jiru itti fufee.
Waayyaanotatti umurii butuuf jechaa jira.haallaan jireenyaaf muka qabataallee hangs dhabanitti OPDO hirriba dhorkaa ka jiru yoo ta’u har’a A/Sibuu Siree Waamaa bakka jedhamutti Warshaa sukkaaraa Kan qabeenyummaansaa kan Hindii ta’e Shonkoraan akka barbadeeffame odeessi
achii nu ga’e ifoomsa.Naannoon Waamaa sa’ati kanatti humna waraanaan eegamaa jirti.kan uummata saamee duroomaa jiruuf ummata dhibbaan
Lakka’amu laficharraa godaansise Hindiin bakka lixaa dhabdee jirti.Tigiroota qubatanii achuma jiranittis tarkaanfiin akka fudhatamu abdii qabna
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist