received_1650149818569864 (1) received_1650149825236530 received_1650256758559170 received_1650256765225836Halkan edaa Amajjii 27,2016 Barruuleen warraaksaa,alaabaan addabilisummaa Oromoo aasxaan Qeerroo fi dhaadannowwan garaagaraa naannoo Yuunibarsiitii Wallaggaa mooraa Yuunibarsiitichaa tii qabee hanga waraaba sukukkee akkasumas magaalaa Naqamtee kutaalee garaagaraatti faca’an

Waraqaleen maxxansaman kun
Kan nu ajjeese nun bulchu
Kan nuajjese seeratti haa dhiyaatu
Bulchiinsa garboomfattuu TPLF Tigiraay hin barbaaddu
OPDOn ergamtuudha fi kkf yeroo ta’an,guyyaa dheengadda naannoo Qophaa’inaa Naqamtee keessatti faca’uusaatiin guyyaa kaleessaa humni waraanaa uummata nagaa goolaan kan ture fi halkan edaas barruuleen warraaksaa maxxansamu irraan ka’e naannoo Yuunibarsiitichaatti humni waraanaa bobbaafamuu qeerroon gabaase

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s