Waldorgommii Ispoortii Yuniversitootaa Bulchiini Yuniversitiin Jimmaa Qopheessuuf Deemu Akka Haqamu Qeerroon Bilisummaa Xalayaan Kan Gaafate Deebii Argachuun Yuniversitichi Guutummaatti Haqamuu Beeksise.

imagesWal Dorgommii Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo Yuunivarsiitoota Yuunivarsiitiin Jimmaa qopheesstee simachuuf jirtuu  ilaalchisuun Xalaayaa ariifachiisaa bulchiinsaa Yuunivarsiitii Jimmaatiif ”jettuu  kallattiin Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa Yuunibarsiitii Jimmaaf barreessuun Social Media fi Medialee Qabsoo Bilisummaa Oromoo irraan tamsaasameen akkasumas xalayaa waajjira bulchiinsaatti kallattiin kennameen raafamaa fi sodaa guddaatu akka walii galatti uumamee jira,

Haala kanaan Bulchiinsii Yuunivarsiitii Jimmaa qophiii Qeerroon gochaa jiruu fi Warraaqsaa FXG Oromiyaa keessatti lafa ciniinee jiru irraa sodaa guddaan itti bulee deebii hatattamaa kan injifannoo gonfatee nuuf kennuun, Wal dorgommiin Ispoortii kun Guyyaa har’aa Amajjii 26/2016 Guutummaatti Haqamuu Bulchiinsii Yuunibarsiitii Jimmaa Beeksiise jira. 
Amma kan itti aanuuu Mootummaan Wayyaanee Aangoo Gadhiisuu qaba, Mootummaan Cee’umsaa Biyyatti Keessatti Hundeeffamee Bu’urrii Dimookiraasii fi Mirga Ilma Namaaf kabaja kennuu gadi dhaabbatee, Bilisummaan Uummata Oromoo akka dhugoomuuf Muranoon itti jabaachuudha.Injifannoon Amma kun Injifannoo Hafan Ida’achuun Bilisummaa Walii Galaa fiduu qaba.

1 thought on “Waldorgommii Ispoortii Yuniversitootaa Bulchiini Yuniversitiin Jimmaa Qopheessuuf Deemu Akka Haqamu Qeerroon Bilisummaa Xalayaan Kan Gaafate Deebii Argachuun Yuniversitichi Guutummaatti Haqamuu Beeksise.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s