Amajji 22,2016
Barattotni magaalaa Naqaamteef jiraattonni magaalatti gabrummaa of irraa fonqolchuuf wayiita carraqanitti dhamsuuf humna waraanaa
dabalataa ramadatanis qabanneessu hin dandeenye itti akka jabaatu gochaa jiraachuu warraaqsa finiina jirutu ifomsa Har’as baratootni Calalaqii,Ask,Jiituu,Qasso,Q/Naqamtee FXG haalaangaggeessaa turan.
Humni diina Uummata Oromoo hidhuuf ajjeesuun araada itti ta’e nu hidhuuf giddirsu itti fufe ta’us nuti dhaloonni qubee haaraan kan garbummaa abbota keenyarraa dhaalle gabrummaan jiraachuu hin feenu. Duunuyyuu lafee keenyaan gabrummatti nii danqarra,dhiigi keenya lola’us akka lolaa gannaa haxaa’ee tplf nii kaasaa Shibbiruu Eebbumaa dhalataa B/W/Waamaa Hagaloo Ganda Baataa jedhamtu keessatti dhalatee guddate.
Shibiruun nama eenyummaasaaf bakka guddaa kennu ture.ta’us adamoo jabaa booda qarriffaa diinaa gale.kana duras dararamaaf dorsisa cimaan irra tureera.yakka tokko malee qabanii mana hidhaa galchan
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist