Sirna Ayyaanaa Cuphaatiin Walqabatee FXG Godhameen Poolisiin Federalaa Ummataa Nagaa Irrattii Tarkanfii Fudhatera,Barattooti Oromoo University Wallaggaa 11 Gara Malee Reebamanii Hosptala Naqamtee Seenan.

FXG Naqamte

Amajjii 21,2016 Sirna Ayyaanaa cuphaatiin walqabatee Mormii cimaa godhamee poolisiin federalaa Ummataa nagaa irrattii tarkanfii fudhatera. Dhukkasaa fi gaziin nama boochisu illee ummaata kara nagaan sirna amantaa isaa hordofaa jiru irrattii fudhatameera. Itti dabalees, Guyyaa Gaafa 21 /01/2016
Mormii cimaan magalaa naqamtee fi barattoota Yuunbersitii Wallaggaa  Keessaattii fininuu eegale jira. Baratoota wallaggaa university nagaan mormii dhageessisuuf bahan irratti  humnoota waranaa mootummaa  baratootni 11 irratti miidhaa hamaa geessisuun yeroo ammaa kana hospitaala naqamtee keessaatti argamu. 12571247_809338852545393_1969020113_n
1. Dhaabasaa Fufa(5th yr civil eng)
2. Miressa shifeeraa Da’oo (pre engineering)
3. Saaron Bayisaa
4. Tolasaa Lataa Desisaa
5. Tamanee Tarekegn
6. Caanaa Odaa Burkuu -5th yr civil engineer12583987_809338579212087_1024700929_n
7. Yasin Malik
8. Bontu Fikadu Tulluu
9. Waktolee Beyenaa
10. Gashuu Gebeyo
11. Habtamuu Belay

Baratootni heddunis osoo yaalii hin argatiin kallattin gara mana hidhatti fudhatamaniru.

1 thought on “Sirna Ayyaanaa Cuphaatiin Walqabatee FXG Godhameen Poolisiin Federalaa Ummataa Nagaa Irrattii Tarkanfii Fudhatera,Barattooti Oromoo University Wallaggaa 11 Gara Malee Reebamanii Hosptala Naqamtee Seenan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s