Humni Waraanaa Shororkaa Mootummaa Waayyaannee Agaazii Baha Wallaggaatti Kan Duraa Irra Daran Dabalamaa Jiru.

Amajji 20,2016
Sagalee Uummataa uukkaamsuu kan amaleeffate Mootummaan Waayyaane,har’as aangoosaatti fayyadamee FXG dhaamsuuf dhamaati ta’e
duraa fashala’uun jiraatus abdii osoo hin kuti humna waraanaa hidhannoo guutu Uummata civil keessa bittumsuutti jira Akkasuma magaalaa Naqamtee keessatti amajji 18 2016 asitti Agaazii 400 guyyaa hara’aa Amajjii 20,2016 dabalanii baadiyyaa keessa qubachiisanii akka jiran gabaasame.