Mootummaan Wayyaanee Barattoota Oromoo Yuniverstii Jimmaa Irratti Gocha Suukkanneessaa Raawwataa Jiru Irratti Dabalee Har’a Dhukkaamsuu Eegale.

Amajji 16,2016)
Barattoota Jimmaa Yunibarsiitirraa Ukkanfamani bakki buuteensaanii dhabame kan maqaan nu ga’e kana gaditti katabneerra
1,Kennaa Daammana (Seera Waggaa 5ffarraa)
2,Abdiisaa Bantii (Nurs Waggaa 2ffaarra)
3,Abram (Nurs Waggaa 2ffaarraa)
4,Bultuu Fiqaaduu (Foklarii waggaa 3ffaarraa) kanneen hafan hedduun kan jiranidha barattoota kana dhabusaanii malee essa akka ga’an hiriyoonnisaan hanga har’a beekanii hin jiran

1 thought on “Mootummaan Wayyaanee Barattoota Oromoo Yuniverstii Jimmaa Irratti Gocha Suukkanneessaa Raawwataa Jiru Irratti Dabalee Har’a Dhukkaamsuu Eegale.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s