Wallagga Horroo Guduruu Keessatti Abbootiin Seeraa Akka Baratooti Mana Kiraayeffatee Hin Teenye Murtii Dabarsan.

(Amajji 15,2016)
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keeysatti hogantoota Aanaatin murtiin barattoota FXG kaasuu danda’uu jedhamanitti mana akka hin
kireessinee murtiin kenname.

Bule ka’ee mala itti FXG Fashalsu barbaaduuf(soquuf) kan hin ciifne jala deemtonni TPLF Horro guduru Wallaggaa Nannoo Amuru jedhamtu
keessatti abbooti mana magaala qaban hundinu akka mana barattoota qaroo qabanitti akka hin kireessine guyyoota darban muraasa keessa
murtii jabaa kennan.

1 thought on “Wallagga Horroo Guduruu Keessatti Abbootiin Seeraa Akka Baratooti Mana Kiraayeffatee Hin Teenye Murtii Dabarsan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s