Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Diinota lafee keesaa
Diini Oromoo basasootaa Oromooraa dhalatanii dantaafi jedhani lammiisaani dabarsaani kenaanii hisiisani ajjesiisan.Diini Oromoo namootaa qawwee alagaa budhatani akkaa diinaaniti saba issani ajjeesaan.Diini Oromo oganoota OPDO master plan murteesani biyyaa gurguratani, allaaba OPDO qabachiisanii waaraana uummatati bobaasani ajeesisisan tauusaani beeka. Kanafi diini wayyanotaa qofamiti. Diina lafee keesaati.Kanafi diini Oromoo titisaa Oromoo keesaa yaatee tauu beekaa fala barbadaa.
Uummataa gudiichaa 40,000,000 ol tauu tokkummaa jabeesaa hidhatee otoo kaee qabsahee humnii abaa fedhee isaa funduraa dhabachu hindandauu.
Humnaa Oromoo maaltuu dadhbsiisee? Raamoota gosaa gandaa laga kutaafi amanttii keesaa ya’anitu hiddaa tokkummaa nyaatani saba gudaa salphisani tauu beekaa fala itti barbadaa.
Falli kana maal ta’uu qaba?
Uummataa damaqsuu mana hidhaa amanttii gosaa gandaa lagafi kutaa keesaa akkaa bahuu barsiisu sammuu jijjiruu. Seenaa eenyummaa tokkummaa sabboonumaafi bilisummaa hidhachsiiu. Sammuun yojiijiiramee dhalootaa haaraatu ka’a. Dhaloonii haaraan tokkummaa jabeesaa seenaa gabrumaa jijjiraa.
Kana beekaa baradhaa seenaa qayabadhaa damaqaa ofbaraa tokkummaa akka sibilaa jabatu maatii keesaati jireenyaa hawaasaa mana amantiifi dhabaa siiyaasaa keesaati Humnaa tokummaa Gadaa deebiisaa ijaaraa.
Uummanii caljedhedee yorafee akkaa harree dhitamaa. balleesaa tokko malee tumamama hidhamaa ajjeefama. Kanafi damaqaa maal keesaa akka jirtani baraa. Eerga takkaa ka’a qabsahaa tokkummaa jabeesaa bilisummaa ibidaa keesaa barbadaa.
Uummataa kufee lafaa kasaa. Bilisummaafi hidhamuun dararaamuun ajjeefamuun ibidda gabrumaa caala uummataa gubee himballeesuu bara. Kanafi akka bofaa summahaa. Akka leencaa duubaatii hidebiinaa. Duubaati deebinan 100% gubachuu biyyaa dhabuu dhufaa. Uummaani harkaa keenee ciincaeet barbdadhaa.
Kanafi kutadhaa muradhaa eergaa takkaa qabsahaa bilisummaa ibidaa keesaa barbadaa gofadhaa. Bilisummaafi gubachuun seenaa Ilmoo namaati. Gabrumaa baatani dhitamanii jirachuun seenaa harrootati. Harroota lammii isaani dhiitan, diinaa dhigaa keesaa ta’an ficisiisan girsaa deebisaa. Ykn ofkeesaa dugugaa balleesaa.
Seenaa Kana chufaa uummataa barsisaa.