Amajjii 7/2016 Goototni Qeerroo Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Warraaqsaa FXG jabeessuun Guyyaa Har’aa NYaata Lagachuun Itti Fufa

Amajjii 7/2016 Goototni Qeerroo Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Warraaqsaa FXG jabeessuun Guyyaa Har’aa NYaata Lagachuun IttiFufan. Diinaan Ajjechaan Jumlaa, Ukkamsaan Hidhaa fi Hiraarsii fi Waraannii Uummata keenyaa Mirga keenyaaf falmachaa jirruu irratti labsamee utuu nurratti rawwatamaa jiruu Ayyaaneffachuu, Nyaachuu fi Dhuguuf Sammuun keenyaa Nuuf Hin Eenyaamne, Bilisa Taanee Dhalannee Bilisummatti jirrachuu haqatnee guyyaa ajjeefamaa, hidhamaa fi gaaffii keenyaa deebiin dhibee ukkamsaan nurratti raawwatamaa waan jiruuf Guutummaatti nyaata dhaabnee mirga keenyaaf falmannee Wareegamuuf murtii gonee jechuun diddaa isaanii itti fufan.

1 thought on “Amajjii 7/2016 Goototni Qeerroo Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Warraaqsaa FXG jabeessuun Guyyaa Har’aa NYaata Lagachuun Itti Fufa

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s