Mudde 28,2015 Naqamte
FDGn yeroo arfaffaaf itti fufuun Barattoonni Yuunibarsiitii Wallaggaa guyyaa har’aa ganama irraa kaasanii fincila geggeessaniin Barattoonni hedduun humna waraanaan miidhamaniru
Yeroo ammaa kana Yuunibarsiitiin Wallaggaa hoomaa waraanaan kan goolamaa jirtu yeroo ta’u guyyaa har’aa kana hojjettoonni Yuunibarsiitii Wallaggaa hedduun barattoota isaanii wajjin miidhaan akka irra ga’es beekameera.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist