Muddde 17,2015 ,
Godina Kibba lixa Shaggar aanaa Daawoo gandoota baadiyyaa kan akka Boombii Musguree fi Daalachaa keessatti Mormiin uummata itti itti fufee jira.
Ummatni gamtaan malakata afuufe sirba yaa’a halkan Edaa (17/12/2015)hidhataa gandaa tokko osoo bira hin dabarre qawwee irrs gurrachaa jiru. Amma halkan illee imala isaanii itti fufan jedhan. qaamni motummaas polisiin sodaatte caluma jetti. Agaazin waan wal hanqate fakkata hanga amma irra hin dhaqabne. ummatnis ykn hidhattonni erga humni motumman laafee nu dhaqabuu dide jedhanii lubbu isaani sodaf jecha mormi tokko malee hidhannoo isaani hikatani kennaa jiru.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist
Pingback: Godina Lixa Shaggar Keessatti Uummanni Oromoo Gamaa Gamanaa Malakata Afuufuun Wal Yaamee Milishootaa fi Poolisoota Irraa Meeshaa Hikkachiisaa Jira. | Oproud
Jabaadha Qeerroo bilisummaan teenya isiniini