Mudde 15,2015
Godina Wallaggaa Aaanaa Waamaa Hagaloo irra barattooti mana barumsaa Qassoo sadarkaa duraa fi lammaffaa(2ffaa) hiriira uummata magaalaa wajjin adeemsisaa jiru humni waraanaas magaalaa Moxee irraa itti guuramee barattoota irratti dhukaasa banaa jira,uummanni ammoo diddaa isaa jabeessuun sa’aa kanatti baadiyaa fi magaalaa keessaa tokkummaan ka’ee Wayyaanee of irraa arihaa jira.
waayyaaneen Gambellaa lafa uummata gurraachaa investimentii jedhee saamee erga fixeen booda baay’ina tuuffii isaa weerarri inni lafa oromiyaa irratti kaase dhuma isaa waan argisiisuuf boodatti wanni nu deebisu hinjiru ni qabsoofna. MAALOO MEESHA WARAANA NU HIDHACHIISAA KANA BOODA MAALTU NU HAFE ANI ICITII WAAYYANEE SIRRIITTAN BEEKA If u need me i’m free