FDG Itti Fufee Yuniverstii Jimmaa Keessatti Tiki Wayyaanee Barattoota Hedduu Hiisise Kaaliid Abbaa Tamaam Hunmna Hin Beekamneen Haaleelamuun Hosptala Jimmaa Seene.

Har’a Mudde 13,2015 Yuuniversitii Jimmaa Keessaa barattoota Oromoo nagaa qabamanii dhiamanii jiru.Tiki Wayyaanee kan barattoota rakkisaa ture eda qaama hin beekamneen tarkaanifiin irratti fudhatamee Hoptala Jimaa ciisee jira.

Akka kanatti  Yuunibarsiitii Jimmaatti barattoota isin qindeessitoota fincila kanaati jechuun dararaan hamaan mana hidhaa magaalaa Jimmaa keessatti irra gahaa jiru keessaa muraasa maqaan nuqaqqabe
1 Gammachuu Giddiisaa Damee barnoota Herregaa waggaa sadaffaa
2 Dirribaa Fufaa Saayinsii waggaa sadaffaa
3 Gammachuu Tarfaa Invaaromental Saayinsii
4 Fayisaa T. Guutamaa saayinsii kompuutaraa waggaa arfaffaa
5 Daanyee  Nursing waggaa sadaffaa
6 Dirribaa waggaa jalqabaa kompuutaraa
7.Zannabuu Herrega waggaa lammaffaa

2 thoughts on “FDG Itti Fufee Yuniverstii Jimmaa Keessatti Tiki Wayyaanee Barattoota Hedduu Hiisise Kaaliid Abbaa Tamaam Hunmna Hin Beekamneen Haaleelamuun Hosptala Jimmaa Seene.

  1. Akkkam jirtu?

    Qabsoon aanaa Jalduu keessatti geggeeffamaa jiru qabsoo Oromoof barnoota ta’uu qaba. Qabsoo baadiyaa fi magaalaa walsimachiise wanta ta’eef ummata miliyoona fuuldura diinni ddhaabachuu hin danda’u. Toftaan walfakkaatu mara Oromiyaatti yoo ta’e diinni dura dhaabachuu fi ajjeesuu hin danda’u. Kan ummata mo’uu danda’u biyya lafaa irra hin jiru. Wanti guddaan haalli qabsoo akkasi itti deemamu qaba. Yaa qeerro isinu beektu, wal yaadachiisuuf malee.
    Sourcce, OMN
    Nagaatti

Leave a reply to fuad Mahamed Cancel reply