Mudde 8,2015  Tullu Buulloo fi Aanaa Iluu Magaalaa Asgorii fi Taajjii Keessatti FDG Ka’een Barsiisoti Oromoo 9 Hidhamuu Qeerroon Gabaase.

Gabaasa Qeerroo Mudde 08,2015

Because I am OromoGuyyaa har’aa akkuma duratti gabaafne hiriira mormii sirna Wayyaanee magaalaa Tullu Boolloo keessatti ooleen barsiisaan Fiiziksii kan ta’e Girmaa Caalaa Lataa  rasaasa  Wayyaaneen rukutamee haalaan madaawee jira. Kana irratti ammo mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Tullu Boolloo irraa barsiisoti hidhaman keessaa;-

  1. Barsiisaa Girmaa Caalaa  haala hamaan kan rukutamee hosptala jiru.
  2. Barsiisaa Alamuu Itichaa_Daarektera Mana barnoota sadarkaa 2ffaa
  3. Barsiisaa Tasfayee Saaqaa
  4. Barsiisaa Geetuu
  5. Barsiisaa Bahaaruu.

Yoo ta’an Girmaan reebicha hamaa kaabinota Aanaa Bachoo Sorsaa Cirrii fi Qanaasaa dhan irraa gaheen Hospitaala haala hamtuu irraa jiraa.

Kana malees hiriira Mormii Aanaa Iluu magaala Asgorii fi Tajii ti ta’een namoonni hidhaman

  1. Barsiisaa Girmaa Daamxoo
  2. Saadaa Mootii – jiraataa magaala Tajii
  3. Naa’ol Dibaabaa – Jiraataa magaala Tajii.
  4. Barsiisaa biraa kan maqaan nu hin gahin Asgorii irraa.

1 thought on “Mudde 8,2015  Tullu Buulloo fi Aanaa Iluu Magaalaa Asgorii fi Taajjii Keessatti FDG Ka’een Barsiisoti Oromoo 9 Hidhamuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s