Guyyaa Har’aa TTC ykn Kolleejjiin Barsiisotaa Naqamtee Barattoota Galmeessuuf Beeksisa Baasee Waamee Loltoota Wayyaaneen Reebicha Irraan Gahuu Qeerroon Gabaase.

 Guyyaa har’aa Onkoloolessa 28,2015  kanaa eegalee hanga Jimaata dhufuutti barattoota sagantaa galgalaan barsiisuuf kan waame kolleejjiin barsiisotaa Naqamtee guyyaa har’aa kana galmee tokko illee utuu hin eegalin erga oolee booda sa’a 4:00PM irratti barattoota galmaawuuf naannoo sanatti argaman dallaa kollojjichaatti ol seenaa erga jedhee booda, isin barnootaaf osoo hin taane Fincila Diddaa Gabrummaa FDG kaasuuf sababaa jedhuun jilbeenfachiisee erga reebee booda dhumarratti caragee reebichaan mooricha keessa barattoota qawwee fi reebichaan ari’ee jiraachuu Qeerroon gabaase.
Ari’amuun barattoota kanaa mootummaan nami sagantaa guyyaas ta’e halkaniin barataniillee iddoo itti gita hojii itti isaanii uumu waan hin qabneef jalqabumarraa galmeessuu dhiisuu wayya jechuun barattoota reebichaan butuchan

1 thought on “Guyyaa Har’aa TTC ykn Kolleejjiin Barsiisotaa Naqamtee Barattoota Galmeessuuf Beeksisa Baasee Waamee Loltoota Wayyaaneen Reebicha Irraan Gahuu Qeerroon Gabaase.

Leave a reply to ALEMITU BEKELE Cancel reply