SBO Hagayya 23,2015. Oduu, Gabaasa Oduu, Beela Godina Baha Oromiyaa irratti qophii addaa, Dhiheenya kana Ala irraa Oromiyaa dhaqanii kan deebi’an Obbo Mahaammad Labuu diraamaa diaspora wayyaanee dabalatee waa hedduu kaasanii SBO waliin mari’atanii jiran, Qophii biroonis hammatamee jira…

3 thoughts on “SBO Hagayya 23,2015. Oduu, Gabaasa Oduu, Beela Godina Baha Oromiyaa irratti qophii addaa, Dhiheenya kana Ala irraa Oromiyaa dhaqanii kan deebi’an Obbo Mahaammad Labuu diraamaa diaspora wayyaanee dabalatee waa hedduu kaasanii SBO waliin mari’atanii jiran, Qophii biroonis hammatamee jira…

    • mashaa allah qerroo matan haabullu goota gota caalu qeerroo malee jiru sabaaf gara mure roobaf aduu hin ja,uu daangaa qaxamure diina hawaasa ciinqu mataa irraa mure warra garaaf jedhee sabaa isaa uguure hawaasa oromoo kaneen dhowaan hire qeerroon dhabamsisuuf hunoo qaba hiree

Leave a reply to jiraanan maansha allah Cancel reply