Adeemsi Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adeemsa Qabsoo Jaarraa 21ffaati (Kan dabreerraa kan itti fufe)

Waxabajjii 29,2015 Finfinnee

barruuHariiroo Jorgoo – Qeerroo Bilisummaa Oromoo – Oromiyaa!

Lafa kana kan uume Waaqa yoo ta’ellee, lafa Oromiyaa kana irratti eenyuuyyuu dura kan uumame Oromoo waan ta’eef, lafti kun kennaa Waaqni Oromoof kennedha. Kanaaf lafti kun kan Oromooti! Akkasumatti Waaqxi ardiilee kaanittis biyyoota hundatti uummata uumeera. Biyyootni kunneen lafa Waaqxi isaaniif kenne seera ittiin tikfatan niqaban.  Lafti uumaa waaqaa ta’us, abbaan arge akkuma arge utaalee biyya namaatti hin seenu.

Kankeenya garuu lafuma keenya irratti; biyya abbaa keenyaa irratti kan silaa warra kaan gabbarsiisnee of jalatti seera keenya keessatti bulchuu malletti nuti halagaa biyya keenya seeraa ala humnaan nudhaaltee koloneeffatte gabbarree bulaa jirra.  Yeroo har’aa biyyattii kana irratti kan gibira ol aanaa kaffallu Oromoodha. Kan vaatiifi taaksii kkf biyyattiif galchu Oromoodha. Sharafa biyya alaatiis kan argamsiisu qabeenyaa Oromoofi Oromiyaati! Albuuda Oromoof Oromiyaa kanneen akka warqee Shaakkisoo,pilaatiniyeemii Yuubdoo, Oppaalota Harargeefi godinaalee hedduu saamanii gurgurachaa jiru.

Bunaafi jimaa gogaa beeyladaa, oomishoonni qibaa kanneen akka nuugii, salixaafi suufii kkf Oromiyaarraa maddan. Lafeen dugdaa dinagdeefii jiruu biyyattii kanaa Oromoofi  :- Adeemsi Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adeemsa Qabsoo jaarraa 21ffaati

4 thoughts on “Adeemsi Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adeemsa Qabsoo Jaarraa 21ffaati (Kan dabreerraa kan itti fufe)

  1. Pingback: Oromia: QEERROO: Adeemsi Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adeemsa Qabsoo Jaarraa 21ffaati! | OromianEconomist

  2. Pingback: Oromo | Oromia: Gadaa.com-FinfinneTribune QEERROO: Adeemsi Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adeemsa Qabsoo Jaarraa 21ffaati (Kan dabreerraa kan itti fufe) |

  3. Pingback: kelbessac

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s