SBO Caamsaa 31,2015. Oduu, Haala Yunversitii Mattuu irratti yaada barattootaa, maanguddootni Godina Gujii maal jedhu?, dargaggoo Dachaasaa Lammii hoo? kutaa xumuraa akkasumas gabaasa diddaa Oromiyaa keessaa…

2 thoughts on “SBO Caamsaa 31,2015. Oduu, Haala Yunversitii Mattuu irratti yaada barattootaa, maanguddootni Godina Gujii maal jedhu?, dargaggoo Dachaasaa Lammii hoo? kutaa xumuraa akkasumas gabaasa diddaa Oromiyaa keessaa…

  1. Hayyee; SBO’n Madda Odeeffannoo Argaa Dhageetti Saba Bal’aati! Oromoo!! itti ansun Tarkaanfii WBO’n Zooni Bahaa Luukkeelee Diinaa fi Diinoota keenyarratti keessattu kan Aanaa Haroomaayaa fi naannootti fuudhateen jiraattoota Haromaayaa fi naannawa Awwaday jirruf Kan heddu nu gammachisee dha!! Jabaadhaa isiinin boona! nutis isiin faana jirra! WBO’n Zooni Kibbaa fi Lixaatis Jabaadhaa! Galatni keessan hin badiin!( B/saa BK;Haroomaayaa,Arddaa Dirree Ibaadaa irraa!

Leave a comment