SBO Ebla 26 Bara 2015. Oduu, Gabaasa Oduu, Ibsa ABO, Gaaffii fi Deebii Art.Amartii Waarii fi Qophiilee adda addaa

2 thoughts on “SBO Ebla 26 Bara 2015. Oduu, Gabaasa Oduu, Ibsa ABO, Gaaffii fi Deebii Art.Amartii Waarii fi Qophiilee adda addaa

  1. Hayyee; Ibsa Ijjannoo Dhaabni Kallacha Uummata Oromoo ABO’n Gocha Sukkanneessaa Fiinxaaleeyyiin ISIS Lammiilee Itoophiyaarratti raawwatee ilaalchisee baasee kana 100n 100tti ni deeggarra!! Sirna Nama Nyaataa Wayyaanee Kan Lammilee keenya Qeeyee isaani irraa buqqisee Biyyaa Goodaansiisun jiruu baqattummaaf saaxilaa,dararaa,Saamaa fi Ajjeesaa jiru kana Miila lemmensaa OROMIYAA keessaa buqiisuf murannee kaanee jirra! Jilbiifannee loolla! Siilaa duti du’aa Du’ii akka Gootaa!! IRREE KEENYAAN NI BILISOOMNA!

Leave a comment