Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Hayyee; Gabaasni SBO’n nuuf dabarsaa jiruu kan hedduu nugammachiisaa fi nuu onnachisaa jiru dha. itti dabalunis oduu Kabaja GGO Ebla 15,2015ni kana keessaa Kan Qoondaalli WBO Godina Bahaa iddoo Seenaa bakka Jaal Baharuu Tuumsaa itti wareegameetti kabajuun isaani baay’ee na gammachiseera. WBOn naannoo ani jiruu kanatti dhufuu isaatif Hawaasni Oromoo heddu gammachisee Qabsoof Onnachiseera. (B/saa Balaay Kaasuu; Haroomaayaa,Dirree Ibaadaarraa)
Viva wbo koo! diina irra nuhaa aansu,guyyaa bilisummaa rabbiin nuuf haagabaabsuu,hasowni ajajaa wbo bahaa wajjiin godhamee hedduu kan nama onnachiisuufi barsiisudha!injifannoon ummata oromoof!ona” Boke tiko” irrati!