11102989_1621471064733035_6453224586164017519_n

2 thoughts on “

  1. Wa’ee Qeerro yeroo hojjetan please qalbiidhan godhaa. Walga’ii gubbaa teessanii biyyatti Qeerroo qunnamuu hin yaadinaa, diinni baayyee karaa ittiin caasaa Qeerroo ittin diigu halkanii guyyaa basaasa garagaraa ergaa irratti hojjechaa waanjiruuf hedduu ofeeggannaan yo hojjetame gaariidha, maqaa namaas tuquu dhabuun hedduu gaariidha.

    Galatoomaa
    Oromian Nibilisoomti!

Leave a reply to BOKKUU Cancel reply