Sochiin warraaqsa bilisummaa itti fufuun guyyaa har’aa Bitootessa 15,2015 barruuleen warraaqsaa Qeerroo bilisummaan qindaaye magaala Bishooftuu fi naannoo ishee keessattuu daandiilee baadiyyaa fi magaalaa wal quunamsiisu irratti ta’msaa oole,uumanni fi jiraattoti waraqaa kana argatan gammachuun yeroo dubbisanii fi haaleen warraaqsaa jabaa akka itti horee jiru yeroo qeerroon beeksisu,waraanni fi humni poolisoota ergamtooti Wayyaanee ammoo barruulee warraaqsaa kana konkolaataa fi lafoo irra deemanii funaanaa akka turan qeerroon gabaasa.



Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune QEERROO: Oduulee – Warraaqsa Bilisummaa Oromoo – Bitootessa 11-16, 2015 |