“Finfinneetti Wal Agarra” Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa, Guraandhala 24, 2014 Gadhiifame.

3 thoughts on ““Finfinneetti Wal Agarra” Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa, Guraandhala 24, 2014 Gadhiifame.

  1. TPLF mootumaa Etopiatt kan ol baasee Saba Oromoot. Ammas kan buusu sabuma isheen tuffatu sana = saba Oromoot. Jaamte hinjaamti malee, saree ija hindhiqan!!!!!! Hintaat jennee harree qallee, ta’u didnaan kuno hundaa ishee haarree gannee!!!! Kana hundaa kan nugeessee jibba miidhama Amaari nurra buuse turee. Woyyaaneenimo, miidhama irraa, ajeecha isheetuu calee. Abbiddaati ramaciit dabarree. Amma garuu, jaallatees jibbitees, nibaata yaa diinaa, saba Oromoo irraa!!!! Niga’a, dachii dhagaa keet olbai’itt kaabaa kadhanna kee aguugadhuut “silee mariyam kee it fufii” yaa kadhatuu, yarrakkatu!!!!!!!. Boosana keessa sibasinee malee, bineensimma kee si keessa basuun hindandaa’mu. Innii DNA worra Habashaat.

    Biyyi Oromoo kan saba Oromoot.
    Rassasaa Oromoo.

  2. jabaadhaa qerroo oromiyaa galaannii kessaan bilisummaa ummataa oromoottii dhugumaatti issiin qerroon oromiyaa mirgaa kessaan baha jirtaan dhamsaa fi wamiichaa ilmaan oromoo maraaf goodha jirtaan bayyee bayyee gaarii dhaa jabaadha nuuttis issiinni wajjii jiraa

Leave a reply to risaa buttu Cancel reply