Jiraattooti Wallagga, Aanaa Nuunnoo Qumbii fi Waamaa Hagaloo Filmaata Dura Dhaabbattan Sababaa Jedhuun Hammeenya Mootummaa Wayyaaneen Irraan Gahu Dura Daabbachaa Jiru.

Gabaasa Qeerroo Nuunnuu Qumbaa

Guraandhala 13,2015

OromiaALutaContinua2011FDGGodina Wallagga keessatti kan argaman aanaalee Nuunnuu Qumbaa fi Waamaa Hagaloo filmaata sobaa geggeessituuf jecha Wayyaaneen uumata dhiphisaa jiraachuun gabaafame.

Anaa Waamaa Hagaloo magaalaa Qassoo keessatti humna tikaa mootummaan Wayyaanee bobbaasteen lammiileen hidhaa fi doorsisaan dararamaa kan jirani yeroo ta’u jireenyaa uumataa gaaga’uuf jechas waraaqsa bilisummaa uumanni deemsisaa jiru dura dhaabbachuuf  tajaajila Ibsaa, Bishaan dhugaatii fi network ji’oota afur irraa dhaabbatee akka jiru Qeerroon gabaasa.

Kana malees akkuma ollooma isaaniitti magaalota Nuunnuu fi Waamaa Adaree,Moxee,bifuma wal fakkaatuun dararaa jiru.

2 thoughts on “Jiraattooti Wallagga, Aanaa Nuunnoo Qumbii fi Waamaa Hagaloo Filmaata Dura Dhaabbattan Sababaa Jedhuun Hammeenya Mootummaa Wayyaaneen Irraan Gahu Dura Daabbachaa Jiru.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Qeerroo: Jiraattooti Wallaggaa, Aanaa Nuunnoo Qumbii fi Waamaa Hagaloo Filmaata Dura Dhaabbattan Sababaa Jedhuun Hammeenya Mootummaa Wayyaaneen Irraan Gahu Dura Daabbachaa Jiru |

Leave a reply to harun1983 Cancel reply