SBO Amajjii 07 Bara 2015. Oduu, Gabaasa Oduu Amajjii Guyyaa WBO, Haasaa H.D ABO J.Daawud Ibsaa kutaa lammataa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

1 thought on “SBO Amajjii 07 Bara 2015. Oduu, Gabaasa Oduu Amajjii Guyyaa WBO, Haasaa H.D ABO J.Daawud Ibsaa kutaa lammataa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

  1. Hayyee; Duraan dursee Baga Waggaa Harayaa fi Guyyaa WBOtin isiinin gaheen jedha! itti ansun Hasawaa,Ibsaa fi dhaamsa Hayyuu duree obboo Daawud Ibsaa taasiisan hedduu kan nu gammachisee fi beekkumsa bal’aa irraa argannee dha. Dhaamsaa nuf dabarsanis kan murannoon hojiiti jijjirruu tahu beekkamu qaba.Gadaan kun Kan Injifannooti! Irree keenyaan Bilisummaa Sabaa fi Walabummaan Biyyaa ni mirkanaa’aa!

Leave a reply to B/saa Balaay Kaasu( Caffaa Murti Dirree Qabsoo:FB) Cancel reply