Gaaffiin Aartistoota Oromoo Ergama Qondaalota ODPO Fudhatma Dhabsiise.

2 thoughts on “Gaaffiin Aartistoota Oromoo Ergama Qondaalota ODPO Fudhatma Dhabsiise.

  1. Ergamtootni diinaa garaa isaanitiif jecha bu’anii ba’anis adeemsa isaanii xiqqaa guddaan tolchee waan beekuf adeemsi isaanii eessattuu fudhatama hin argatu. Namoonni hundinuu akkuma isaanii qomoo ganuun qoonqof haa dhama’an jedhaniiti, garuu dhaloonni har’aa “qomoof malee qoonqof hin du’u”.

Leave a reply to Makonnin Cancel reply