Waraqaan waamicha dadammaqiinsa FDG Mudde 24 Bara 2014 ganama irraa Oromiyaa bakkoota garaagaraatti, addatti haga odeessi kun gumaa’ee nu qaqqabetti magaalota naannoo Finfinnee jiran kan akka Sabbaataa, Alem-Genaa, Burraayyuu, Sulultaa, L/Xaafoo Laga Daadhii fi akkasumaas Finfinnee bakkoota adda addaatti faca’aa jiraachuu odeessi nu qaqqabe addeessa. Akka odeessaa fi waraabbii suuraa armaan gadii nu qaqqabe ibsutti, waraqaan waamicha dadammaqiinsa FDG kun dhaamsa ‘’tokkummaan wareeggama qabsoon bilisummaaf barbaaddu haakaffallu’’ jedhu kan ofkeessaa qabuu fi uummata impaayera biyyittii keessatti uummanni Oromoo uummata yayyaba ta’ee otoo jiruu uummata bicuu Tigreetiin gabroomuun salphinaa fi qaanii waan ta’eef, qaanii fi salphina uummanni keenya keessa jiru keessaa baasuun dirqama dhaloota kanaa ta’uu kan ibsuu fi dabalataaniis waamicha Qeerroon yeroo yeroon taasisuus jala jalaan hordofuun barbaachisaa akka ta’ees dhaamsi waraqaa waamicha kanaa ni mul’isa. Waraqaan waamicha dammaqiinsa qabsoo bilisummaaf taasifamaa jiru kun itti fufiinsaan guutuu Oromiyaa irratti faca’aa jiraachuu gabaasni nu qaqqabe ibsuus akkuma odeessi isaa gumaa’ee nu qaqqabeen jala jalaan kan gabaasnu ta’a.
Bravo! Goota ijoollee gootaa harka Abbaako! Ibidda itti bobeeysaa. Mana taa’anii bilisa hin bahan! BE PATRIOTIC.!!! Oromoon diinaaf hilu, Oromoon qabsoo mirgaa fi bilisummaa keessatti gumaachuu fi hirmaachuu irraa of qusatuu fi garaa hiru daggeeraa diinaati. Baandaadha. Jireenya Salphinaa gabroomfataaf gugguufee kurkuree jiraachuu kan barbaadu horiidha malee nama miti. Halkan dukkanaa fi bosonatti maayi baanee diinaaf qoricha qonna. Summii fi ibiddaan hojii saanii kennuufiidha. Yoo kana goone malee diinni nu hin sodhaatu. Baadiyyaa fi magaalaa hunda keeysatti dhiira sagal sagaliin gurmaahuudhaan hojii patriotic/arbanyummaa raawwachuudha. Bilisummaan akkasitti argama. Wayyaanee ana malee dhiirri hin jiru jettu kana akkasitti dhiirummaa Oromoo argisiisuudha. Sanyii habashaa lafa keenya irra jiraachaa diina keenya qallabuu fi hidhatee nu fixuuf qophaa’aa jiru (hollaa keellee yoo ta’e) sanyiin diina lafa keenya malee nuun hin jaallatan waan ta’eef osoo hin hiliniif tarkaanfii keeysa deebii hin qabne irratti raawwachuudha. Attamitti ilmi tigiree bilisomee ilmi Oromoo gabrooma???