Breaking News-Diddaan Barattoota Oromoo Yunversitii Wallaggaa Caalaatti Hammaate. Waraanni Agaazii Barattaa 810 Eda Hidhuun FDG Daran Finiinse.

Sagalee Guutuu FDG Guyyaa Har’aa Hagayya 27,2014 Deemaa Jiru Irraa Hamma Tokko

1 thought on “Breaking News-Diddaan Barattoota Oromoo Yunversitii Wallaggaa Caalaatti Hammaate. Waraanni Agaazii Barattaa 810 Eda Hidhuun FDG Daran Finiinse.

  1. Jaallan Qindeessitoota FDG wanni ta’aa jiru kan isin gochaa jirtan waan hedduu ittiin boonnuu fi hirmaannaa garagaraa gochuun irratti waliif tumsuu qabnu waan taheef haala deemaa jiruu fi miidhaalee Sabboontota fo gootota barattootaa fi walumaa galatti ummata oromoo irra gahaa jiru lakkoofsa nama hidhamee ykn meedhamee yeroo dabarsitan Englizaffaatti nuuf erhgaa wabii godhachuun nuus bakka jirruu tinnisa fi humna isinnif tahaa jirraa. Bilisummaan humna!Gadaan gadaa Bilisummaati!!!IUOf!!!Date: Wed, 27 Aug 2014 09:28:15 +0000 To: abdul.jibro@outlook.com

Leave a reply to abdurahman jibro Cancel reply