Breaking News:- ABMBO Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse.

Irree diinaa ni cabsina

Gabaasa Qeerroo Amboo  Hagayya 25,2014 Goototni barattootni Oromoo Yuuniversiitii Amboo karaa nagaa mirgaa fi kan dimokraasiikaasuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa sababa gaafataniif jecha mootummaan faashistii Wayyaanee(Itiyoophiyaa) Waraanaa Agazii Wayyaaneetiin ukkanfamani barattoota 230 mana hidhaa Wayyaanee galma mootummaa magaalaa Amboo keessatti argamutti hidhaman.

Sabboontootni barattootni Oromoo fedhii isaanii malee waraanaa Wayyaaneetiin dirqamanii akka walga’ii afaan faajjii mootummaa Wayyaanee ta’aan kan ta’ee kana irraatti barattootni Oromoo uummatni keenya Oromoon utuu jumlaan hidhamuu, qee’eef qabeenyaa irraa buqqifamuu , Ajjeefamuu, gara dabarfamuu, barnoota irraa Arii’amuu waraanaan doorsifamnee walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG guyyaa hanga guyyaa har’atti utuu wal irraa hin kutiin mormii guddaan sirna mootummaa Wayyaanee jala dhaabbachaa jiru.

Sabboontoti barattooti Oromoo 230 hidhaman keessaa waraana Wayyaaneen gara malee reebamuu fi miidhaan guddaa irra gahee hidhaa keessatti dararamaa jira keessaa  gadiiti:-

1.Barataa Lammii Tarrafaa barataa Engineering waggaa 4ffaa
2. Barataa Firaa’ol Ajjamaa barataa Engineering waggaa 3ffaa
3. Barataa Firaaol Ayyaanaa barataa Enginering waggaa 3ffaa
4. Barataa Abbush Fiqaaduu barataa Engineering waggaa 2ffaa
5. Barataa Girmaa Caalaa barataa seeraa waggaa 3ffaa
6. Barataa Haptamuu Getachoo barataa Engineering waggaa 4ffaa
7. Barataa Fufaa Galataa barataa fayyaa waggaa 2ffaa
8. Barataa Tasfaayee Guutuu barataa fayyaa waggaa 3ffaa
9. Barataa Qaabataa Itichaa barataa seeraa waggaa 2ff
10. Barataa Misgaanaa Wadaajoo
11. Barataa Tulluu Balaachoo
12. barataa Dammanaa Tolasaa
13. Barataa dhugaasaa Tarreessaa
14. Barattuu Meetii Nagarii- reebamuun miidhaan irra gahe
15. Barataa Tafarii Abdiisaa
16. Barataa Mulgeetaa Baqqalaa
17. Barataa Mulgeeta Takkalaa
18. Barataa Mulunaa Lataa
19. Barataa Leencoo Ababaa
20. Barataa Lataa Kabaa
21. Barataa Lammii Dabalaa
22. Barataa Shukkaraa Cimdii
23. Barataa Beenyaa Caalaa
24. Barataa Obsinaan Iddeessaa
25. Barataa caalchisaa Faajjii
26. Barataa Abush Fiqaaduu
27. Barattuu Leensaa Hayiluu- reebicha irraan gahan
28. Barataa Hundee Uumaa
29. Barataa Mootummaa Abdiisaa
30. Barataa Daanyee Galataa
31. Barattuu Obsee Lalisaa — uccuu alaabaa uffatte jechuun reebicha irraan gahan
32. Barataa Taddasaa Dheeressaa
33. Barattuu Elzaabet Laggasaa barattuu reebichi hamaan irra ga’ee ilkaan lama irra caccabee jiru.
34. Barataa Roobsan Waaqumaa
35. Barataa waqumaa Rattaa
36. Barataa Lataa Kabbadaa
37. Barataa Olqabaa abdataa
38. Barataa Margaa Hundee
39. Barataa Fayisaa Birraa
40. Barataa Firoomsaa Sarbeessaa
41. Barataa Firrisaa Fajjii
42. Barataa Diinayas Daggafuu
43. Barataa Gammachiis Qalbeessaa
44. Barataa Dhaabaa moosisaa
45. Barataa iddoosaa Magarsaa
46. Barataa Hirphaa Gadaa
47. Barataa Darajjee Shambal
48. Barataa Dammanaa Tolasaa
49. Barataa Geetuu Beekii
50. Barataa Geetuu Humneessaa
51. Barataa Raggasaa Abdisaa
52. Barattuu Caaltuu
53. Barattuu Galaanee kanneen jedhaman kan keessatti argaman barattootni Oromoo 53 kun Hagayya 23,2014 Mana hidhaa keessaa fuudhamanii addatti miidhaan jabaa irra gahuu gabaasi Qeerroo addeessa.

5 thoughts on “Breaking News:- ABMBO Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse.

  1. Pingback: Widespread brutalities of the Ethiopian Government in handling protests in different parts of the state of Oromia by peaceful demonstrators | OromianEconomist

  2. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune AMBOO | Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse |

  3. Pingback: Breaking News:- ABMBO Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse. | QEERROO | OromiaTimes

  4. Reblogged this on Oromia and commented:
    Breaking News:- ABMBO Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse.
    August 25, 2014
    By Qeerroo
    in Oduu/News
    Leave a comment
    Irree diinaa ni cabsina

    00:0001:29
    00:0000:00
    00:0000:00
    00:0000:00
    00:0000:00
    00:0000:00
    Gabaasa Qeerroo Amboo Hagayya 25,2014 Goototni barattootni Oromoo Yuuniversiitii Amboo karaa nagaa mirgaa fi kan dimokraasiikaasuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa sababa gaafataniif jecha mootummaan faashistii Wayyaanee(Itiyoophiyaa) Waraanaa Agazii Wayyaaneetiin ukkanfamani barattoota 230 mana hidhaa Wayyaanee galma mootummaa magaalaa Amboo keessatti argamutti hidhaman.

    Sabboontootni barattootni Oromoo fedhii isaanii malee waraanaa Wayyaaneetiin dirqamanii akka walga’ii afaan faajjii mootummaa Wayyaanee ta’aan kan ta’ee kana irraatti barattootni Oromoo uummatni keenya Oromoon utuu jumlaan hidhamuu, qee’eef qabeenyaa irraa buqqifamuu , Ajjeefamuu, gara dabarfamuu, barnoota irraa Arii’amuu waraanaan doorsifamnee walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG guyyaa hanga guyyaa har’atti utuu wal irraa hin kutiin mormii guddaan sirna mootummaa Wayyaanee jala dhaabbachaa jiru.

    Sabboontoti barattooti Oromoo 230 hidhaman keessaa waraana Wayyaaneen gara malee reebamuu fi miidhaan guddaa irra gahee hidhaa keessatti dararamaa jira keessaa gadiiti:-

    1.Barataa Lammii Tarrafaa barataa Engineering waggaa 4ffaa
    2. Barataa Firaa’ol Ajjamaa barataa Engineering waggaa 3ffaa
    3. Barataa Firaaol Ayyaanaa barataa Enginering waggaa 3ffaa
    4. Barataa Abbush Fiqaaduu barataa Engineering waggaa 2ffaa
    5. Barataa Girmaa Caalaa barataa seeraa waggaa 3ffaa
    6. Barataa Haptamuu Getachoo barataa Engineering waggaa 4ffaa
    7. Barataa Fufaa Galataa barataa fayyaa waggaa 2ffaa
    8. Barataa Tasfaayee Guutuu barataa fayyaa waggaa 3ffaa
    9. Barataa Qaabataa Itichaa barataa seeraa waggaa 2ff
    10. Barataa Misgaanaa Wadaajoo
    11. Barataa Tulluu Balaachoo
    12. barataa Dammanaa Tolasaa
    13. Barataa dhugaasaa Tarreessaa
    14. Barattuu Meetii Nagarii- reebamuun miidhaan irra gahe
    15. Barataa Tafarii Abdiisaa
    16. Barataa Mulgeetaa Baqqalaa
    17. Barataa Mulgeeta Takkalaa
    18. Barataa Mulunaa Lataa
    19. Barataa Leencoo Ababaa
    20. Barataa Lataa Kabaa
    21. Barataa Lammii Dabalaa
    22. Barataa Shukkaraa Cimdii
    23. Barataa Beenyaa Caalaa
    24. Barataa Obsinaan Iddeessaa
    25. Barataa caalchisaa Faajjii
    26. Barataa Abush Fiqaaduu
    27. Barattuu Leensaa Hayiluu- reebicha irraan gahan
    28. Barataa Hundee Uumaa
    29. Barataa Mootummaa Abdiisaa
    30. Barataa Daanyee Galataa
    31. Barattuu Obsee Lalisaa — uccuu alaabaa uffatte jechuun reebicha irraan gahan
    32. Barataa Taddasaa Dheeressaa
    33. Barattuu Elzaabet Laggasaa barattuu reebichi hamaan irra ga’ee ilkaan lama irra caccabee jiru.
    34. Barataa Roobsan Waaqumaa
    35. Barataa waqumaa Rattaa
    36. Barataa Lataa Kabbadaa
    37. Barataa Olqabaa abdataa
    38. Barataa Margaa Hundee
    39. Barataa Fayisaa Birraa
    40. Barataa Firoomsaa Sarbeessaa
    41. Barataa Firrisaa Fajjii
    42. Barataa Diinayas Daggafuu
    43. Barataa Gammachiis Qalbeessaa
    44. Barataa Dhaabaa moosisaa
    45. Barataa iddoosaa Magarsaa
    46. Barataa Hirphaa Gadaa
    47. Barataa Darajjee Shambal
    48. Barataa Dammanaa Tolasaa
    49. Barataa Geetuu Beekii
    50. Barataa Geetuu Humneessaa
    51. Barataa Raggasaa Abdisaa
    52. Barattuu Caaltuu
    53. Barattuu Galaanee kanneen jedhaman kan keessatti argaman barattootni Oromoo 53 kun Hagayya 23,2014 Mana hidhaa keessaa fuudhamanii addatti miidhaan jabaa irra gahuu gabaasi Qeerroo addeessa.

  5. Yaa Oromo, iddoo/fulaa jiru hundatti, kaaraa dandeenyuu fi beeknuun qabsoo jabeessuun feesisaa dha. Warri ABO deggeruu dandeessan, hamma dandeessaniin jabeessaa. Warri dhabolii Oromoo adda addaa keessa jirtan, hoganooti akka takkaahuu lola jabeessan, kanaa achii warra lolaa jiru walin tokko ta’anii akka qabsoo waraanaa jabeessan jabeessaati itti himaa.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s