Barattooti Oromoo Yuuniversitii Amboo Kitaaba Ololaa Ittiin Dirqiin Uumata Amansiisuuf Wayyaanoti Qopheessan Gutummaatti Guban!

diddaa9Goototni Barattootni Oromoo Yunversitii Amboo Hagayya 23,2014 FDG qabsiisaniin hogganootii fi qondaaloti Wayyaanee Kitaabotaa fi barruulee dirqiidhaan uumata amansiisuuf qopheessuun mooraa Yuuniversitii galchan walitti qabuun guutummaatti gubanii hojii siyaasaa Wayyaanotaa gatii dhabsiisan.

Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo ganama har’aa guyyaa 3ffaaf FDG gaggeessa jiran jabeessuun kitaabotaa fi barruulee uumata dirqiin amansiisuuf maqaa Leenjii jedhuun qopheessan  walitti guuruun gubanii FDG haalan jabaaseen itti fufee.Haaluma kanaan barnoota irraa har’uma waraanaan doorsifamnee Walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG ittifufinsa qabuun wayyaanee fi loltoota Wayyaanee Agaazii jedhamu dura dhaabbachaa jiru.

3 responses

  1. Pingback: The Oromians Protest Ethiopia’s New Master Plan of Ethnic Cleansing against the Oromo in the Name of Development Expansion of Finfinnee (Addis Ababa) | OromianEconomist

  2. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Barattooti Oromoo Yuuniversitii Amboo Kitaaba Ololaa Ittiin Dirqiin Uumata Amansiisuuf Wayyaanoti Qopheessan Gutummaatti Guban! |

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: