SBO Adoolessa 23 Bara 2014 Oduu – Ibsa Gamtaa ABO fi ABS akkasumas qophiilee biroo fi Sagantaa Afaan Amaaraa

2 thoughts on “SBO Adoolessa 23 Bara 2014 Oduu – Ibsa Gamtaa ABO fi ABS akkasumas qophiilee biroo fi Sagantaa Afaan Amaaraa

  1. qophiin keessaan gaarii akkasuumaatti ittii fufaa gaaru ilmaan oromiyaa kan dhumaa jiraan kana ilaaltanitoo maaliif furmaata itti hin keniine injiifaanoon ummaat oromootif

  2. Maaddheen Maqaa ‘LATAA GAASSII’ tiin ijaaramee soso’u ‘LATAA WALLAGGAA’ tti akka jijjiirratee qabsoo bilisummaa itti fufe ibsaa, Dhaabni Bilisummaa Oromoo ABOn gargar bahuudhaan qabsoon bilisummaa Oromoo gufachuusaatti kan gaddaa ture amma dogoggora raawwatan irraa deebi’anii akka isa jalqabaa duriitti Adda tokko ta’uudhaan qabsoo bilisummaa Oromoof irree tokkoo fi humna guddaadhaan soso’uuf qophaa’uusaatti gammachuu guddaan kan gammadne ta’uu keenya onneerraa ibsanna. Aarsaan kamiyyuu kaffalamee gabrummaa akka baanu kutannoo haddheeffannaa qabnu jala murree ibsina. I.U.O. tiif. !!!

Leave a reply to firaol geda Cancel reply