Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
qophiin keessaan gaarii akkasuumaatti ittii fufaa gaaru ilmaan oromiyaa kan dhumaa jiraan kana ilaaltanitoo maaliif furmaata itti hin keniine injiifaanoon ummaat oromootif
Maaddheen Maqaa ‘LATAA GAASSII’ tiin ijaaramee soso’u ‘LATAA WALLAGGAA’ tti akka jijjiirratee qabsoo bilisummaa itti fufe ibsaa, Dhaabni Bilisummaa Oromoo ABOn gargar bahuudhaan qabsoon bilisummaa Oromoo gufachuusaatti kan gaddaa ture amma dogoggora raawwatan irraa deebi’anii akka isa jalqabaa duriitti Adda tokko ta’uudhaan qabsoo bilisummaa Oromoof irree tokkoo fi humna guddaadhaan soso’uuf qophaa’uusaatti gammachuu guddaan kan gammadne ta’uu keenya onneerraa ibsanna. Aarsaan kamiyyuu kaffalamee gabrummaa akka baanu kutannoo haddheeffannaa qabnu jala murree ibsina. I.U.O. tiif. !!!