Timeless Words-Milkeessaa Gadaa – Mandi1992
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
EEyyee dhuguma JAL MILKEESSAA GADAA goota oromoo tokko akka ture fi lubbuu isaa tokkitti bakka hin buune bilisummaa oromoof yookiin du’a jechuun dhuguma dirree qabsootti naannoo shaamboo bakka HAROO SHOOXEE? wareegame ega itti dabalee naannoo gootota lubbuu isaanii wayanee wajjin walfalmuun wareegaman
kan akka :jal ARAARSA ,JAL ABBA BIYYAA/BAYYANAA OBSII ,kan akka CIRRII/GETACHOO LAMEESSAA ,kkf. mee goota oromoo naanoo GUDURUTTI wayane finceessaa ture dhuma irratti kan lubbuun wareegame” SHURSHURAA BEEKTUU?”
kan” BANTII MAAMMOO”NAANNOO gimbiitti wayanee finceessaa turee woo?
ega warri seenaa isaanii beektan media tti dabarsaa goota oromoo meeqa kana lammiin keenya haa baru.
kan jaroota kan caalaa isaanii waan beekuuf yeroon kan goota MILKEESSAA GADA dhagahu himimmaan narra yaate .ega maal baranna warri lubbuun jirru?
IOU
G3