Mootummaan Faashistii Wayyaanee FDG itti fufinsaan gaggeeffama jiruun raafamee maqaa walga’ii jedhuun olola afaan faajjeessaa diriirsuun barattoota dhabbilee barnoota olaanoo jeequuf karoorfate.‏

Waxabajjii 17/2014 Mootummaan Wayyaanee uummata Oromoo ukkamsee bituuf takkaa rafee bulee hin beeku, galgalaa ganama olola afaan faajjii uummun gaaffii mirga uummaatni, dargaggootni, barattootni ,barsiisotni, hojjettootni fi uummaanni Oromoo hundi irraatti kaasaa jiruu fi FDG irratti gaggeessuun qabsoo mirga abba biyyummaa irratti gaggeeffama jiru dura dhaabbachuuf, humna waraanatti fayyadamuun uummata meeshaa waatu of harka hin qabne fixaa jira. Gabaasa guutuuf:- Odeessa Qeerroo Oromiyaa

2 thoughts on “Mootummaan Faashistii Wayyaanee FDG itti fufinsaan gaggeeffama jiruun raafamee maqaa walga’ii jedhuun olola afaan faajjeessaa diriirsuun barattoota dhabbilee barnoota olaanoo jeequuf karoorfate.‏

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Odeessa Qeerroo Oromiyaa – Waxabajjii 2014 |

Leave a comment