Wallagga Anfilloo Keessaa Qonnaan Bultooti Oromoo 26 fi Jiraattoti Kaan Waraana Agaaziin Ukkamfaman

Gabaasa Qeerroo magaala Dambi Dolloo irra Waxabajjii 19,2014

Oromian resistanceKanaan dura yeroodhaa yerootti diddaa uummanni Oromoo Wallagga, Qellem Anfilloon taasisaniin walitti bu’iinsi loltoota Wayyaanee waliin ta’een gaaga’ami hedduun ta’eera. Yeroo ammaa kanas FDG itti fufee qonnaan bultooti Oromoo naannoo Anfilloo Muggii diddaa mirga abbaa biyyummaa fi qabeenyaa itti fufuu irraan gariin torbaa lama dura gariin ammoo Waxabajjii 19,2014 loltooti Agaazii gandoota qonnaan bulaa keessa deemuun namoota 26 mana hidhaa keessatti akka uggure gabaasi Qeerroo D.Doolloo irraa nu gahe addeessa.
Kanneen kunis:  
1.Barsiisaa Laggasee Rufii
2.Kiflee Jigsaa-Ogeessa fayyaati, namni kuni humna waraana wayyaanee mana jireenya isaa cabsanii mana isaa keessatti erga reebanii booda gara manahidhaatti geessan.
3.Mitikuu Ittaana-Qote Bulaa
4.Isaayyas Bulchaa-Qote Bulaa
5.Taammiruu Tarfaa-Qote Bulaa
6.Yoohannis Aseffaa-Qote Bulaa
7.Kumarraa Waaqjiraa-Qote Bulaa
8.Birhaanuu Tarfaaa-Qote Bulaa
9.Malkaanuu Geetachoo-Qote Bulaa
10.Galahuun Leencaa
11.Tasfaayee Fiqaduu-Barsiisaa
12.Abiyoot Ayyaanaa-Qote Bulaa
13.Asheetuu Dhinaa-Qote Bulaa
14.Dabalaa Waaqjiraa-Qote Bulaa
15.Lammaa Dureessaa-Qote Bulaa
16.Charuu Tashoomee-Barataa
17.Addisuu Iddoosaa-Barataa
18.Maaruu Baajisaa-Qote Bulaa
19.Nagaash Gonjjoraa-Qote Bulaa
20.Misgaanuu Wandimmuu
21.Zelaale Dingataa-Qote Bulaa
22.Masfin Ofgaa-Qote Bulaa
23.Nagaasaa Yaadasaa-Qote Bulaa
24.Boshaa Baqqaabil-Qote Bulaa
25.Dawit Mitikkuu-Barataa
26.Ayyanaa Ittafaa-Qote Bulaa
Isaan kana keessaa gariin isaanii  torbeewwan lamaa ol mana hidhaa keessatti humna waraana Wayyaaneetiin dararfmaa akka jiran Qeerroon gabaasee jira, gariin isaanii Waxabajjii 19,2014 akka qabaman addeessa.

2 thoughts on “Wallagga Anfilloo Keessaa Qonnaan Bultooti Oromoo 26 fi Jiraattoti Kaan Waraana Agaaziin Ukkamfaman

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Wallagga Anfilloo Keessaa Qonnaan Bultooti Oromoo 26 fi Jiraattoti Kaan Waraana Agaaziin Ukkamfaman |

  2. Pingback: Widespread brutalities of the Ethiopian Government in handling protests in different parts of the state of Oromia by peaceful demonstrators | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s