Breaking News: Amma Galgala Kana Barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromaayaa 10 Doormii Keessaa Lolotoota Wayyaaneen Ukkaamfaman.

Eegala Caamsaa 29,2014 Haromaayaa.

Guyyaa Ayyaana Wayyaanee Caamsaa 20 jechuun kabajamu mormuun barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromayaa har’aa nyaata lagachuun mormii isaanii dhageessifataa oolan. Haala kanaan galgala ammaa sa’aa muraasa dura humni loltuu Federaalaa mooraa Yuuniversitii Haromayaa seenuun barattoota Oromoo 10 bakka ciisicha isaanii irraa deemee funaanuun ukkaamsee mana hidhaa hin beekamnetti geessee jira. Haalli kun haalaan sukkanneessaa ta’ee  jira.

  1. Sabboonaa barataa Leencoo Fiixaa Hordofaa agriculture waggaa 3ffaa ,bakki dhaloota Godina Shawwaa kibba lixa Aanaa Daawo
  2. Ararsaa Laggasaa kan inni baratu engenering waggaa 4ffaa,bakki dhaloota Godina kibba lixa shawaa aanaa Tolee
  3. Jaarraa Margaa,kan inni baratu water engenering waggaa 4ffaa bakki dhaloota Godina shawwaa kibba lixaa Sabbata
  4. Alsan Hassan bakki dhalootaa shawaa dhihaa Ambo,kan inni baratu electrical engenering wagga 2ffaa
  5. Walabummaa Goshee kan inni baratu Economics waggaa 2ffa bakki dhalootaa godina shawaa lixaa Ambo,
  6. Irranaa Kabbadaa kan inni baratu agricultural wagga 2ffaa bakki dhalootaa godina Shawaa lixaa Ambo
  7. Sanyii Yaalii kan inni baratu economics waggaa 3ffaa bakki dhalootaa godina Shawaa lixaa AMBO
  8. Biqila Toleeraa  kan inni baratu veternari Medecine waggaa 6ffaa bakki dhaloota godina kibba lixa Shawaa AMBO
  9. Raggaasaa  kan inni baratu waggaa lammaaffaa water engenering bakki dhalootaa Godina Shawa lixati 10.maqaan nu hin geenye
  10. Ammaaf maqaan hin baramne.

    Barataa Fiixaa Hordofaa agriculture waggaa 3ffaa

    Barataa Fiixaa Hordofaa
    agriculture waggaa 3ffaa

 

1 thought on “Breaking News: Amma Galgala Kana Barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromaayaa 10 Doormii Keessaa Lolotoota Wayyaaneen Ukkaamfaman.

  1. Pingback: Barattooti Oromoo Lolotoota Wayyaaneen Ukkaamfaman | "KILLING OROMOS NEVER STOP THE OROMO STRUGGLE"

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s