Caamsaa 12,2014 FDG jabaatee itti fufuun har’a Wallagga magaalaa Innaangoo jedhamu keessatti jabaatee itti fufee jira,Haala kanaan mootummaan Wayyaanee gaaffii mirgaa uumata Oromoo kana dhaamsuuf jecha meeshaa waraanaa fayyadamuun uumata irratti dhukaasaa jiraachuun beekame.Hanga ammaa uummati hammam akka miidhame hin beekamiin jira.
Loltooti Federaalaa magaalaa Gimbii irraa humna dabalataa gama sanatti akka deemaa jiran gabaasi Qeerroo Network ciccitaan nu dhaqabe addeessa.
Gabaasa dabalataaf ni dhiheessina.
Yaa harka waaq ka’i ! Garbboonfataakana nurraa kuffisi !
Jabadhaa siin walin jiraa yoomumaa dubatii hin deebinuu!