Gabaasa VOA-Angawoonni Oromiyaa Barttoota haasofsiisuu jalqaban

Jaallannee Gammadaa

[/audio

————————————————————————————

Caamsaa 5,2014 Haromayaa ,Suuraan gara mirgaa jiru barataa Oromoo rasaasa Wayyaaneen dhaanamee waldhaansa gahaa hin argatiin jiru dha.

Haromaayaa Haromayaa

2 thoughts on “Gabaasa VOA-Angawoonni Oromiyaa Barttoota haasofsiisuu jalqaban

  1. Maal WBO FI ABO Eessa jirtan? Isin waa maratu hojjechu dandessu turtan .nuti ilmaan oromo beektota keenya heddu lubbudhaan dhabne jirra adara maalo mirga keenya falmannaati nugargaara waanbarbaachisun

    dhimma kana hanga beektota biyya orma jiran biraas ta’e biyya keessa bira gargaarsa barbaanna dhaamsi ko kana

  2. deny!, wbo’n tarkaafii boonsaa wallaggaa fi booranatti fudhachaa jira.hunduu waan nurraa eegganu gochutti jirraati jabaadhu.du’aa fi ajjeessa malee immoo bilisummaan hinjirtu.

Leave a reply to Deny pristle jon Cancel reply