Darggaggoon Oromoo biyya Norway magalaa Førdee naannno Sogn og Fjordane jiraatan yeroo gara garaa qophii addaa addaa qabsoo bilisummaa Oromoo deeggaran garaagaraa geggessaa turuun ni yaadatama. Haaluma kanaan ammoos gaafa guyyaa Ebla 15 yaadannoo guyyaa gootota Oromoo halaa gariin kabajachuun beekame.
Nuti Oromoon tokko! Bakka adda addaa jiraachun keenya qileensa nu galche walitti haa sassabamnu