Daraggoonni Oromoo biyya Norway Magaalaa Fordee naannoo Song Og Fjordane Jiraatan GGO Kabjatan

Darggaggoon Oromoo biyya Norway magalaa Førdee naannno Sogn og Fjordane jiraatan yeroo gara garaa qophii addaa addaa qabsoo bilisummaa Oromoo deeggaran garaagaraa geggessaa turuun ni yaadatama. Haaluma kanaan ammoos gaafa guyyaa Ebla 15 yaadannoo guyyaa gootota Oromoo halaa gariin kabajachuun beekame.

1 thought on “Daraggoonni Oromoo biyya Norway Magaalaa Fordee naannoo Song Og Fjordane Jiraatan GGO Kabjatan

Leave a comment