SBO Bitootessa 02 Bara 2014 – Gabaasa Sochii FDG biyya keessaa fi qophiilee keenya odeeffannoota biroo qaban caqasaa

1 thought on “SBO Bitootessa 02 Bara 2014 – Gabaasa Sochii FDG biyya keessaa fi qophiilee keenya odeeffannoota biroo qaban caqasaa

  1. Akkam yaa lammii koo,baga fayyaa taatanii,har’a naaf geessan,anilleen nagumaa. Haalli qabsoo keenyaa kun baay’ee gammachiisaa waan ta’eef jabaadhaa,tokkummaan lammii koo OROMOOTA hundaa akka jabaatu,mudannoo waliif obsaa,murannoo horataa akka waliin deeman,dhaamsa naaf dabarsaa. Isin jaaladha,Abdii Baalee Oromiyaa ABO Afrikaa Kibbaa irraa.

Leave a comment