Hayyaa lolaa Yaa lola eeboo… Wallee Haarawaa Artist Jaafar Yusuuf/ Finfinnee Oromiya

5 thoughts on “Hayyaa lolaa Yaa lola eeboo… Wallee Haarawaa Artist Jaafar Yusuuf/ Finfinnee Oromiya

  1. Aartiin oromoo haaraan haalaa fi yeroo waliin waan ummnni keenya keessa jiru bifa nama hawwatuun dhiiheessanii saba keenya buhaarsaa bara lakkoofsisanii jiru

    Ammas hoji isaan itti jiran daran jajjabeessudhaan bira dhaabbachuu qabnaan dhaamsa kooti galatoomaa

  2. Hayyee;Nuuti Dhaloon har’a jirruu Carraa Hammana jedhame hin shallagamne qabna!.Kallattii hundaanu kanaafuu Dagaaginaa fi Guddina Artii kenyaaf adda duree dhan yoo hirmaannee;caqasuun,Orjiinaala bitachuu dhan,dubbiisudhaan ,barreesuu dhaan dirqama kenya ni baana!!..Ammas, Ammas, boruus siirritti Ni CAQAFNA!.

Leave a reply to Sanyii E. Cancel reply