Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Hola! I’ve been reading your blog for a while now and finally got the courage to go ahead and give you a shout out from Porter Tx!
Just wanted to tell you keep up the excellent job!
maal goona nuti WBOn nii boonna ture garuu wal harcaasuun WBO immoo baay’ee nu aarse abiddaa ciraa nutti caaalee nu gube abdiis nu kutachiise leenca bosonaa aadu dugda duuba qabna jennee ija jabinan jechaaf arraba diinaa osoo hin hin sodaanne falmanna ture.kun nun lubbuun bannu iyyuu leenci bosona gumaa keenyaaf jira jennee abdanna ture. garuu alana abdis kutanneerra kutachuuf jirras. tokkumma WBO manna barata biyya keessaa jechaaf arraba diinaa fincilu sana wayya ta’eera.adaraa tokkummaa cimsaa lammii keenya tokko haa taasifnu.tokkummaaf cimina bakka jirtanitti Getahun OROMIYAA irra.