2 thoughts on “Sagaleen Qeerroo Kallattiin Oromiyaa Irraa Tamsaasa Eegale!

  1. Boruu Barraa hedduu gltm. ABO n takka ummata saa biraa dheeysee hin beeku. ABO jachuun ummata oromoo jachuudha,ummata oromoo jachuun “ABO” jachuudha. Kanaafuu ABOn hidda dhamaa oromooti,akkasitti hubadhaa.Adeemsi qabsoo bahaa bu;i qaba,kanaas obsaa fii murannoon keeysa qaxxaamurra. Inshaa-Allaah !!!!
    Warri maqaa oromoo naggada godhattanii,habaashaa jala kajeellaa yayaataniis karaan isin baasu itti fufadhaa. Garuu isiniin kun warra duraanuu rirma qabsoo tahee,dubbeen teeysan hin tolle tahuu keeysan,hawaasni oromoo hujii keeysa kan yeroo adda addaatti waliin wan qabatamaan beeku huddu qaba. Kanaafuu qabsoon ummata oromoo qumaraa miti !!! Maqaa ummata oromootiin dhaabootii adda addaa hedduutu jira. Waan isaan hin fidin ta isiniin ifiifuu yakkamtootaa fiddan 1kkalleenuu hin jirtu. Maqaa qabsoo oromoo golgattanii karabattaa fitti keeysanii finfinnee keeysa bashannanuu yaatan malee,ummataa yaaddanii (tooftaa qabsoo itti galmaan gayuuf “filattan akka hin tahin hujiin keeysan kan yeroo adda addaa ragaadha. Eenyummaa teenya gannee,alagaan walii hin gallu. Ka eenyummaa teenya hubate,abbaa fadhee wajjiinuu rakkoo takkallee hin qabnu.Kanaaf seenaan keenya nuu ragaadha. gltm !!!!

  2. Oromoon keenya biyya keessa fi alatti hedduu jajabaataa jiru. Kun barri/waggaan kun bara bilisummaa Oromiyaa akka ta’u akkeeka. Kuno Raadiyoon Qeeroo raadiyoo Oromoo haaraa torban kana keessa eegalan lama keessaa tokko. Inni kaan Sagalee Oromoo ti. Raadiyoo Qeeroo kana hedduu itti gammadeen jira. Biddeen nama quubsu eelee irratti beeku jedhan.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s