Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Boruu Barraa hedduu gltm. ABO n takka ummata saa biraa dheeysee hin beeku. ABO jachuun ummata oromoo jachuudha,ummata oromoo jachuun “ABO” jachuudha. Kanaafuu ABOn hidda dhamaa oromooti,akkasitti hubadhaa.Adeemsi qabsoo bahaa bu;i qaba,kanaas obsaa fii murannoon keeysa qaxxaamurra. Inshaa-Allaah !!!!
Warri maqaa oromoo naggada godhattanii,habaashaa jala kajeellaa yayaataniis karaan isin baasu itti fufadhaa. Garuu isiniin kun warra duraanuu rirma qabsoo tahee,dubbeen teeysan hin tolle tahuu keeysan,hawaasni oromoo hujii keeysa kan yeroo adda addaatti waliin wan qabatamaan beeku huddu qaba. Kanaafuu qabsoon ummata oromoo qumaraa miti !!! Maqaa ummata oromootiin dhaabootii adda addaa hedduutu jira. Waan isaan hin fidin ta isiniin ifiifuu yakkamtootaa fiddan 1kkalleenuu hin jirtu. Maqaa qabsoo oromoo golgattanii karabattaa fitti keeysanii finfinnee keeysa bashannanuu yaatan malee,ummataa yaaddanii (tooftaa qabsoo itti galmaan gayuuf “filattan akka hin tahin hujiin keeysan kan yeroo adda addaa ragaadha. Eenyummaa teenya gannee,alagaan walii hin gallu. Ka eenyummaa teenya hubate,abbaa fadhee wajjiinuu rakkoo takkallee hin qabnu.Kanaaf seenaan keenya nuu ragaadha. gltm !!!!
Oromoon keenya biyya keessa fi alatti hedduu jajabaataa jiru. Kun barri/waggaan kun bara bilisummaa Oromiyaa akka ta’u akkeeka. Kuno Raadiyoon Qeeroo raadiyoo Oromoo haaraa torban kana keessa eegalan lama keessaa tokko. Inni kaan Sagalee Oromoo ti. Raadiyoo Qeeroo kana hedduu itti gammadeen jira. Biddeen nama quubsu eelee irratti beeku jedhan.