Oduu:- WBOn Jidduu Galeessa Oromiyaa Keesaatti Injiftnoo Argate!! Raadiyoo Seife Nebelbal, Sadaasa 29,2013

2 thoughts on “Oduu:- WBOn Jidduu Galeessa Oromiyaa Keesaatti Injiftnoo Argate!! Raadiyoo Seife Nebelbal, Sadaasa 29,2013

  1. gaaffiin abbaa biyyummaa jabaachuun itti fufuun isaa ummata oromoo qofa osoo hin taane,lammii biyya kamiitu waan garaa nyaatu miti.kunis eenyummaa fi kabaja namaat agarsiisa waan ta.eef.ummatni oromoo garuu weerara gama kanaan dhufe of irraa deebisuuf yaa jabaannu.biyya keenyas dabarsinee hin laannu diinaf.ka.i oromoo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  2. Maaloo yaa jarana ammuma yomitti akka qotiyyotti camadanii nuun qotuu kaa? amma immoo gama biratiin dadhabnaan gara kanan nutti dhufani baay’ee nama dhiba!!!!!!! Ana kan na dhibuu beektonni oro moo Saba Oromoot bakka bu’u jedhamanii warri federalas ta’ee naannorra jiran sammuun isaanii fayidaa mataa ofii malee , dhaloota dhufuuf maaf hin yaadanii? maaloo yaa lammii koo dammaqaa hamba nutti hin kofalchisinaa dha.mirga keessaniif morma lafti oromiya kan oromooti waan ta’eef.

Leave a reply to abera Cancel reply